lirikku.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #
.

Oromiyaa - Kemer yousuf Lyrics


By: Admin | Artist: K kemer yousuf | Published: 2024-20-09T12:48:59:00+07:00
Oromiyaa - Kemer yousuf LyricsLirikku.ID - Oromiyaa - Kemer yousuf Lyrics: Halo Lirikku.ID, Dalam konten ini, kami menyediakan chord gitar untuk lagu "Oromiyaa - Kemer yousuf Lyrics" yang dinyanyikan oleh Toton K kemer yousuf. Dengan chord yang disajikan, pemula atau penggemar musik dapat dengan mudah memainkan lagu ini dengan gitar mereka sendiri. Kami menyajikan chord dengan akurasi tinggi sehingga pemain dapat mengikuti alunan musiknya dengan baik. Juga, kami akan memberikan informasi tambahan mengenai lirik lagu dan mungkin beberapa tips untuk menyempurnakan permainan gitar. Konten ini cocok untuk penggemar musik yang ingin belajar lagu baru atau bagi mereka yang ingin menikmati kesenangan bermain musik dengan gitar. Silahkan disimak Oromiyaa - Kemer yousuf Lyrics Berikut Dibawah ini untuk Selanjutnya.

teessoo na gaffanaan jedheen oromiyaa
dhiiga lafee tiyyaa biyya abbaa kiyyaa
teessoo na gaffanaan jedheen oromiyaa
dhiiga lafee tiyyaa biyya abbaa kiyyaa

ilmii abbaa malee hin dhalatuu
biyyan qabaa kan na boonsiftu
onnee tiyyaa jiruu tiyyaa
anaafis oromiyaa
(oromiyaa oromiyaa
oromiyaa oromiyaa)

haadha hayyuu ogessa maraa
yaa jaalatamtuu biyya goototaa
eebbifamtuu biyyee biyyarraa
ya oromiyaa fakke jannata
ana kankee an ilmikee dhufaan jiraa
hammasittuu salaamataa
ana kankee an tokkichikee dhufaan jiraa
hammasittuu salaamataa

daraggoon kee mammagaallanii
dhehdeeroo afroo mudhii zinnaaraa
shamarran keee babbareedina
ilkeen aannaanii wayyaan areeraa
arjoomakee an ogg*yyuu na mararaa
akkam godheeen sirraa turaa
arjoomakee an ogg*yyuu na mararaa
akkam godheeen sirraa turaa
teessoo na gaffanaan jedheen oromiyaa
dhiiga lafee tiyyaa biyya abbaa kiyyaa
teessoo na gaffanaan jedheen oromiyaa
dhiiga lafee tiyyaa biyya abbaa kiyyaa

ilmii abbaa malee hin dhalatuu
biyyan qabaa kan na boonsiftu
onnee tiyyaa jiruu tiyyaa
anaafis oromiyaa
(oromiyaa oromiyaa
oromiyaa oromiyaa)

ya quubsiftuu alagaaf firaa
hundee kushooti kan nuubiyaadha
yaa angafii sirna walabaa
kan diimokraasii addunyaa kanaa
rabii wajjiin sooromaafii eenyummaakee
nu ilmaan kee si tikfanna
rabii wajjiin sooromaafii eenyummaakee
nu ilmaan kee si tikfanna

abaaboo birraadhaa
urgaa qilleensasaa
mukkeen gaara kenyaa
ejersaaf birbirsaa
himeetoo hiin fixuu
baayinaa bineensaa
maal ayyaana ilma namaa
maal ayyaana oromoo
bineensa gaaraalleetuu
na jira yaannisaa
mukkeen gaara keenyaatuu
na jira yaannisaa
bishaan laga keenyaatuu
na jira yaannisaa
laga awaash guddaatuu
na jira yaannisaa
qe’ee warra keenyaatuu
na jira yaannisaa
iluu abbaa booraatuu
na jira yaannisaa
baalee goobba kiyyaatuu
na jira yaannisaa
jimma abbaa jifaariituu
na jira yaannisaa
wallaggaa naqamt**tuu
na jira yaannisaa
walloo kamiseedhaatuu
na jira yaannisaa
shawaa finfinneedhaatuu
na jira yaannisaa
harargee ballodhaatuu
na jira yaannisaa
arsii asallaadhaatuu
na jira yaannisaa
sidaamoo dillaadhaatuu
na jira yaannisaa
nageellee booranaatuu
na jira yaannisaa
bishaan biyya kiyyaatuu
na jira yaannisaa
oromiyaa bal’ootuu
na jira yaannisii


Saksikan Video Oromiyaa - Kemer yousuf Lyrics Berikut ini..


Random Song Lyrics :

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...

LIRIK YANG LAGI HITS BULAN INI

Loading...